tag:blogger.com,1999:blog-38869306.post6954285140510762815..comments2024-03-05T07:14:50.303-05:00Comments on Oromo Affairs: Xalayaa Banaa Hoogganoota QBOfArgan Beekanhttp://www.blogger.com/profile/07770623824567285879noreply@blogger.comBlogger6125tag:blogger.com,1999:blog-38869306.post-78764617522578489372013-12-21T07:33:05.176-05:002013-12-21T07:33:05.176-05:00Obboleeyssa tiyya Abrahim,
Waan sammuu fi onnee t...Obboleeyssa tiyya Abrahim,

Waan sammuu fi onnee tiyya keessa yaroo dheeraaf ture qulqulleeyssitee lafa kaahuu keetiif fayyaa dahiin siin ja'a. Dhugaa lafa jiru tana barreessuu keef dhagaa akka sitti guuruuf deemanis beeki qophaahii. Dabballoota "hoogganoota" tanaa itti deebisuutti garuu yeroo tee hin balleeyssin. Isaan QBO tti osoo hin taane hoogganoota saaniitti akka rabbiitti amanu.Anonymousnoreply@blogger.comtag:blogger.com,1999:blog-38869306.post-41726895730482731612013-12-21T00:15:04.462-05:002013-12-21T00:15:04.462-05:00Abraham!
Atimmoo dura taa'aa ABO isa kamiiti l...Abraham!
Atimmoo dura taa'aa ABO isa kamiiti laata? Kaleessa akka ati QC keessaa quruphisaa turte argaan ture. ABO isa kam keessa teessee gorsa ati laattutu naa galuu dide. Yoo QCn si'ariyate ta'ee dhufnee si'araarsina, yoo garuu atimmoo QC irraa cittee baatee ABO haaraa dhaabbatte ta'ee "Anaa hanyaatu" jennee si gadinee teenya. Maloo dhaabbileen warri ijaaramaniyyuu hin gawuutii, mataa ofi hindhukkubsin. Nagaatti ooli.Anonymousnoreply@blogger.comtag:blogger.com,1999:blog-38869306.post-42819981920108215892013-12-11T09:40:58.426-05:002013-12-11T09:40:58.426-05:00Xalayaa dhimma adda adda kan akka tokkumma, democr...Xalayaa dhimma adda adda kan akka tokkumma, democracy, hojii (work ethics), hooggana (leasdership), wali galtee....of keessa qabu xalaya biilchaata dha.
Galatooma, qalamii keessan inqoorin. Anonymousnoreply@blogger.comtag:blogger.com,1999:blog-38869306.post-62585985669307907522013-12-03T14:25:01.972-05:002013-12-03T14:25:01.972-05:00Yeroon kannu ammaaYeroon kannu ammaaAnonymousnoreply@blogger.comtag:blogger.com,1999:blog-38869306.post-68872822207104198812013-11-28T23:18:10.567-05:002013-11-28T23:18:10.567-05:00Obbo Abrahim Galatoomi, xuqalee jajjabdu kaafte cu...Obbo Abrahim Galatoomi, xuqalee jajjabdu kaafte cufaatif, garuu xiqqishoo late nat fakaata. Dhaabnii caccapxe, facaate jirti. Yoo kan walitti suphuu danda'amu taate, nin deggera.

Abdiiin tokktiin nutti haftee humnoonni Oromoo tokkoomani, qabeenyaa fii beekumsa saani walitti qicanii, humna diina gitu tahuuf caraaqu dha.

Raabbi kanaan nu haa ga'u, Tokkumma keenyaa haa jabeessu, afaan tokko nu haa dubachiisu.

Tokkumman Humna.Anonymousnoreply@blogger.comtag:blogger.com,1999:blog-38869306.post-47544385312521755132013-11-26T03:44:28.803-05:002013-11-26T03:44:28.803-05:00Obbolleeyyan,
Waan barreeyssitan hundi waan dhuga...Obbolleeyyan,

Waan barreeyssitan hundi waan dhugaa ti. Jabaadhaa!Anonymousnoreply@blogger.com